Use APKPure App
Get Oromia History-Seenaa Oromiyaa old version APK for Android
Avere le lingue inglese e Oromoo
(Oromoo)
Oromiyaan (Afaan Ingiliish: Oromia) kutaalee Itoophiyaa kudha tokko keessaa tokko kan taateedha. Ballina lafaa Bahaa hanga Kibba-dhihaa biyya keessatti 353.632 km² ta'e qabatee, baayyina ummataa bara 2002 tilmaamaan hanga miiliyoona digdamii-afurii qabdi (24.000.000), kunis ballina lafaa fi baay'ina ummataan biyya keessaa tokkoffa ishe e taasisa. Isheenis kan ofii keessa qabdu: kutaa Arsii, Baalee, Harargee, Iluu Abbaa Booraa, Shawaa, Wallagga, Gujii fi Boorana. Magaalaan guddoon Oromiyaa Finfinnee dha. Bara booda gaaffii mirgaa sabni Oromoo gaafateen booda gara Finfinneetti deebite. Magaalonni gurguddoon biraa Oromiyaa keessatti argaman Adaamaa, Amboo, Asallaa, Bishooftuu, Dambidoolloo, Fiichee, Gimbii, Gobbaa, magaalaa Jimmaa, Mattuu, Nageellee, Naqamtee, Shaashamannee, Bulee Horaa dha.
Haala yeroo ammaatiin Oromiyaan naannoo Tigraay irraa kan hafe naannolee hundaan wal daangessiti ykn wal tuqxi. Kunimmoo yeroo tokko tokko walitti bu'iinsa uuma. Fakkkeenyaaf naannoo Sumaalee keessatti. Godinaaleen Oromiyaa keessatti argaman Arsii, Arsii Lixaa, Baalee, Boorana, Gujii, Harargee Bahaa, Harargee, Iluu Abbaa Booraa, Jimma, Shawaa Bahaa, Shawaa Dhihaa, Shawaa Kaabaa, Shawaa Kibba Lixaa, Wallagga Bahaa, Wallagga Dhihaa, Horroo Guduruu Wallaggaa fi Q eellem Wallaggaa, ti.
(Inglese)
L'Oromia (Oromo: Oromiyaa) è uno stato regionale dell'Etiopia e la patria del popolo Oromo. Secondo l'articolo 49 della Costituzione etiope, la capitale dell'Oromia è Addis Abeba, chiamata anche Finfinne. La disposizione dell'articolo mantiene l'interesse speciale dell'Oromia utilizzando i servizi sociali e le risorse naturali di Addis Abeba.
Confina a est con la regione della Somalia; la regione di Amhara, la regione di Afar e la regione di Benishangul-Gumuz a nord; Dire Daua a nord-est; lo stato sud sudanese dell'Alto Nilo, la regione di Gambela, la regione dell'Etiopia sudoccidentale, la regione delle nazioni, delle nazionalità e dei popoli del sud e la regione di Sidama a ovest; la provincia orientale del Kenya a sud; così come Addis Abeba come enclave circondata da una zona speciale al centro e la regione di Harari come enclave circondata da East Hararghe a est.
Nell'agosto 2013, l'Agenzia centrale di statistica etiope ha previsto che la popolazione dell'Oromia nel 2022 sarà pari a 35.467.001; rendendolo lo stato regionale più grande per popolazione. È anche lo stato regionale più grande con una superficie di 353.690 chilometri quadrati (136.560 miglia quadrate)
Last updated on May 16, 2024
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Caricata da
Daniel Ilieş
È necessario Android
Android 6.0+
Categoria
Segnala
Oromia History-Seenaa Oromiyaa
1.0 by Histaprenius
May 16, 2024