Icona Bulgicha Nyaachisi!

103 by Curious Learning


Jul 10, 2020

Informazioni su Bulgicha Nyaachisi!

Tapha barnootaa kan ijoolleen Akka dubbisuu dandeettu gargaaru!

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu Baratù, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo Tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii Tahu. Ijoolleen keessan Akka baratanii fi milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni peccato barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-Malee CET, Apps Factory, fi Curioso jedhamaniin Learning hojjatame.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii - Bulgicha Nyaachisi

Barnoota Xiinxallii Akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo Akkam Akka sassaabnu, akkamitti Akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu SIIF IBSA.

HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO Akkam SASSAABU?

Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa Maal Akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi Ilma kee rakkoof saaxilu kan Akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.

BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?

Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu hangi Tokko isaan Asii gadiiti:

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo'ataniif ni hirra. Bu'aan qo'annoo Kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi ni maxxansamaan raabsama.

Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.

BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?

Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo Tahan hin sassaaban.

Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.

Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-Galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.

QUUNNAMTII

Gaaffii, dhimmama, YK yaada poolisii iccitummaa kanarratti Yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti nu quunnami.

-----

Feed The mostro insegna ai bambini i fondamenti della lettura in Oromo. Raccogliere le uova mostro e dar loro da mangiare le lettere in modo che possano crescere in nuovi amici!

CHE COSA E 'IL MOSTRO FEED?

Feed The mostro utilizza provata ‘giocare per imparare le tecniche’ per coinvolgere i bambini e aiutarli a imparare a leggere. I bambini godono di raccolta e crescente mostri da compagnia, mentre l'apprendimento dei fondamentali di lettura.

Libero di scaricare, nessun annuncio, NO IN ACQUISTI APP!

Tutto il contenuto è 100% libero, creato da organizzazioni non profit di alfabetizzazione Learning Curioso, CET, e applicazioni di fabbrica.

CARATTERISTICHE DEL GIOCO PER PROMUOVERE Capacità di lettura:

• puzzle divertente e coinvolgente fonetica

• Lettera tracing giochi per aiutare la lettura e la scrittura

• giochi di memoria Vocabolario

• Challenging “suono solo” livelli

• relazione parentale

• Multi-utenti di login per il progresso dei singoli utenti.

• Collezione, in grado di evolversi, e mostri divertenti

• Concepito per garantire le competenze socio-emotive

• Non ci sono acquisti in-app

• Nessuna pubblicità

• Nessun collegamento a Internet necessaria

Sviluppato da esperti per il vostro bambino.

Il gioco è basato su anni di ricerca e di esperienza nella scienza di alfabetizzazione. Esso incorpora competenze chiave per l'alfabetizzazione, tra cui fonologica consapevolezza, di riconoscimento di lettere, Phonics, vocabolario, e Sight Word Reading così i bambini possono sviluppare una solida base per la lettura. Costruito intorno al concetto di prendersi cura di una collezione di mostri, è stato progettato per incoraggiare l'empatia, la perseveranza e lo sviluppo socio-emotivo per i bambini.

Novità nell'ultima versione 103

Last updated on Jul 10, 2020

Families policy update.

Traduzione in caricamento...

Informazioni GIOCO aggiuntive

Ultima versione

Richiedi aggiornamento Bulgicha Nyaachisi! 103

Caricata da

Ahmed Eleraky Magiver

È necessario Android

Android 4.1+

Available on

Ottieni Bulgicha Nyaachisi! su Google Play

Mostra Altro

Bulgicha Nyaachisi! Screenshot

Commento Loading...
Lingua
Ricerca...
Iscriviti ad APKPure
Sii il primo ad accedere alla versione anticipata, alle notizie e alle guide dei migliori giochi e app Android.
No grazie
Iscrizione
Abbonato con successo!
Ora sei iscritto ad APKPure.
Iscriviti ad APKPure
Sii il primo ad accedere alla versione anticipata, alle notizie e alle guide dei migliori giochi e app Android.
No grazie
Iscrizione
Successo!
Ora sei iscritto alla nostra newsletter.